Ugga'a Barreessuu

Automatically formats the document while you type. To set the formatting options, choose Tools - AutoCorrect - Options, and then click the Options tab.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - AutoCorrect - While Typing.


OfiinSirreessaa, arfiiwwan warra hujeekaan dhangeessiteef malee, galmeewwan barruu fi faayiliiwwan barruu ASCII leexaa dhangeessuuf fayyadamuu nidandeessa. Galmee keessatti ofumaan guutummaa jecha jecha tokko si'a lammata erga barreessiite booda qofa argama.

Sajoo Qaxxee

Gocha OfiinSirreessaa isa dhumaa gara-galchuudhaaf, Gulaalii - Gaabbifiladhu.


Seeroota OfiinSirreessaa ka birroo