Fix Function

enta gatii itergaa himannoo lakkofsaa entaa lakkofsaa keessaa balleessuun deebisi.

caasimaa:


Fix (Expression)

Gatii deebii:

Dachaa

Ulaagaalee:

Himanoo: Himanoo lakkoofsa gatii itergaa deebisuu barbaadde.

Error codes:

5 Ejjatoo fashalaan waamu

Fakkeenya:


Sub ExampleFix
    Print Fix(3.14159) REM returns 3.
    Print Fix(0) REM returns 0.
    Print Fix(-3.14159) REM returns -3.
End Sub